Jeremiah 22:26 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini siifi haatetile, lafa d'ibi isani geese, harka nyaapati isani kenne, achiti dootani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Atii fi haati si deettellee akka baqattan taasisa; isin maruu gara biyya isin keessatti hin dhalannee dhaxxanii achitti duutan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani si'ii fi haadha teeti ta si deette gara biyya dhibi'ii ta isin keessatti hin dhalatinitti isin hin gata; isin lamaanuu achitti hin duutan.