Jeremiah 22:27 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani aka lafa tanati deebitani d'araatani, ammo dandeetani indeebitani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati biyya tana deebitee arguu hawwita; garuu lamuu hin argitu.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Lafa itti deebi'iisaaf dharraatanu sanitti ijjumaa hin deebitanu» jedhe.