Jeremiah 22:28 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini waan jed'e, Namichi Yehoiakini jed'ani kunini, ya okote faara, ta nami infeene, ta ch'abt'e gatani, tahe? Wonti isaafi ilmaani isaa boojiani lafa worri waan isii imbeenne geesanifi tana?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani garuu akkana jedheen, «Mootichi Ikooniyaan akka ottee cabdee gatamtee lamuu hin barbaadamnee ta'ee? wonti inninii fi ijoolleen isaa booji'amanii gara biyya isaan hin beennee isaan fidaniif maali'i ree?»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yehoyaakiin kun akka okkotee caddee ta nami hin barbaannee, ka tuffatamee ree? Innii fi ijoolleen isaa lafa hin beennetti maaf gatamane ree?