Jeremiah 22:30 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti namicha kanaa heregani, aka inni ilmaani d'abe, hormaatafi nagaya waan ch'ufa d'abe, ammalle nama d'aloota isaa ka barch'uma Daudi ira tae lafa Yuda fidule d'abu. Nami dubbi tana jed'e ana, AABBO Waaqa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni kun ijoollee ufii dhabee jiruun isaallee ka hin taane akka ta'u itti murteeffameera; teessoo ulfinnaa ka Daawitii dhaalu'uuf, fiixaan biyya Yihuuda'aa keessatti mooyan; isaa hin hafan jedhii galmeessi; ka waan kana dubbate ana Rabbi.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa, «Sanyii namicha kanaa keessaa, haganaa achi dhalatee barcumaa mootummaa Daawitii irra ka tee'u, yookiin ka biyya Yihuda'aa bulchu tokkolle waan hin jiraanneef, inni akka nama ijoollee hin qannee, akka nama bara jiruu ifii keessatti wonni tokkolle isaaf hin tolinii akka te'e galmeessi!» jedhe.