Jeremiah 22:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo isani d'uguma waan anini jed'e kana tolchitani, duuba nami d'aloota Daudi, yo ch'ufa hayyu tahe, jaarole ufitifi gumi worra woliini, fullo mana hayyu tana gaarifi farda yaabate olseena.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma ani isaan ajaje yoo gootan fiixaan Daawitii teessoo ufii ka ulfinnaa irraa hin bu'an; akkuma hennaa maraa worra bulchoota bani'iitii fi banii woliin farado'oo fi konkolaataa fardaa irra taa'a'aa gara mana mootumma'aa balbalaan seenuu hin dandeettan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin ajaja kana akka dansaa yoo eegattane, moototi barcumaa mootumma'aa ka Daawitii irra tee'anu, qondaaltotaa fi kolbaa ifii woliin garreettaa fardaan harkifamuu fi farda irra tee'anee karra mana mootumma'aa tanaan seenaa hin bayan.