Jeremiah 22:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo yo isani waan anini tolchu diddani, anini inkakhad'a aka mani kunini ona tahu. Nami dubbi tana jed'e ona AABBO Waaqa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoo ka ajaja kiyya hin raawwanne ta'e garuu manni woyyuun kun diiggamee akka jigu ufiin kakadhee isinii mirkaneessa; ani Rabbi waan kana dubbadheera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin ajaja kana yoo hin eegatin ammoo manni mootumma'aa kun akka diigamu aninuu kakadheera› » jedha.