Jeremiah 22:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Mani hayyu Yuda, aka lafa Gileaditifi gaareeni Lebanoni nati mid'aaga. Ammo anini ona nami keesa injirre isa tolcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Manni mootumma'aa ka mootota Yihuuda'aa akkuma biyya Gala'aadiitii fi gaarran Libaanosii ka anaaf bareede; garuu ona eennullee keessa hin jiraanne taasisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa marroo mana mootummaa mootii Yihuda'aatiif, «Ati manni mootumma'aa ka mootii Yihuda'aa, akka Giil'aadiitii fi akka qaccee gaara Libaanonii miidhagaa naaf teetulle, ani dhugumaan akka lafa goomole'ee, akka qachaa nami keessaa hin jirree si hin godha.