Jeremiah 22:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini nama isa balleesu, ka d'agara ufii harkaa qabu, siti erga. Duuba worri utuba hind'eesa mimid'aaga ch'ire ibida keesati d'abba.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani namoota isa diigan erga; isaan dhagaraa ufii qabatanii dhaqanii utubaa mukkiin Libaanosii babbareedaa irraa hojjatame muranii ibiddatti isaan gatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri si balleessu meya woraanaa qabatee akka sitti dhufu hin godha; isaan utuboota muka hindheensaa keeti miidhagaa san mummuranee ibiddatti hin gatan.