Jeremiah 22:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi suni nami gosa d'ibii hedduuni d'aatu bahe dabre wolgaafate waan jed'u, AABBO Waaqi dira gudda kana akana tolche?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Kanaan maayessa namoonni hedduu biyya alaa ka karaa saniin lufan, ‹wonti Rabbi qachattii guddoo tana irratti balaa kana fideef maal ta'inna laata?› jedha'aa wol gaafatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Gosi biyya adda addaa bacaan qachaa kana keessa dabaraa: ‹Mootiin Waan Maraa qachaa guddaa kana maaf akkana godhe?› jedhaa wol gaafatan.