Jeremiah 22:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba worri waan jed'u, Waan worri Wold'aqisa AABBO Waaqa isaani lakise waaqa d'ibi gula yae hojateefi akasi tolchani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sababaa isin waadaa ana Waaqa keessan woliin galtan diiddanii waaqolee tolfamaa ormaa waaqeffattanii fi tajaajiltan akka ta'e hubatan.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba: ‹Isaan gondooroo Mootii Waan Maraa ta Waaqa ifii diiganee, waaqota dharaa dhibii waaqonfatanee waan tajaajilaneef tun teete jedhan› jedha» jedhe.