Jeremiah 23:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan jed'e, Raagootafi qaaloleeni Waaqa imbeetu; Mana Waaqa keesaleti aka worri waan hamtu tolchu ya arge.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akkana jedha, «Jireenni hafuuraa ka raattotaatii fi ka gadootaa badeera; waan biraa dhiisii mana woyyuu keessattuu waan hamaa hojjatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa, «Raagotii fi hayyooti worra Waaqa malee le'u; Galma kiyya keessattuu ani hammeenna isaanii dhaggeera.