Jeremiah 23:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Daandini worri gula yau worra jalaa much'uch'ate, lafti worrati dukanoofti; anini worra gufachiise worra buusa. Anini badi worratiini d'ufa, guyyaani worra gaargalchani ya gahe. Nami dubbi tana jed'e ana, AABBO Waaqa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu karaan isaanii akka lafa mucucaatuu ta'eera; hennaa dukkanaan deeman karaa ufii dogoggoranii kufan; guyyaa isaan adabu ani waan hamaa isaanitti fida; ka waan kana dubbate ana Rabbi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf karaan isaanii mucucaataa hin te'a; isaan gara dukkanaa gatamanee achitti hin jigan; bara isaan adabamanu ani badii isaanitti hin fida» jedha.