Jeremiah 23:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Raagoota lafa Samaria keesa jirtu anini waan hamtu toko irati arge: Worri maqa waaqa Baali jed'anitini fage gumi tiyya kara iraa gorse.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hujii nama jibbisiisu ka worri Samaariya'aa hojjatan argeera; isaan maqaa waaqa tolfamaa ba'aalitii raaga raaga'aa banii kiyya Israa'eliin dogoggorsan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammalle Mootiin Waan Maraa, «Ani raagota Samaariya'aa oddu'utti waan nama jibbisiisu dhaggeera; isaan maqaa Ba'aaliitiin raaga dubbataa kolbaa tiyya Israa'el dokonkorsan.