Jeremiah 23:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi duuba wonti raagoota Yerusalemu suni, ka anini AABBO Waaqi guddaani jed'u, tana: Waan worri lafa ch'ufa keesa yae, kara Waaqa iraa nama gorse hameennaani d'ufeefi, anini mukhi had'aa nyaachise bisaani had'ao obaasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Eeganaa ani Rabbi Gooftaan banii maraa wonti ani waan raattota Yerusaalemii jedhu kana; ‹isaan waan hafuura waakki'ii biyyattii maraa keessa facaasaniif, akka isaan baala hadhaayaa nyaatanii fi summii dhugan taasisa.› »
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf Mootiin Waan Maraa Ka Waan Mara Dade marroo raagota Yerusaalemii: «Raagoti Yerusaalemii Waaqa malee le'iisa biyya duudii irra waan babadhisaneef, sagalee hadhoottuu isaan hin nyaachisa; bisaan hadhaa qabu isaan hin obaasa» jedha.