Jeremiah 23:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi guddaani waan worraa Yerusalemutini jed'e, Waan raagooti isaniini jettu inch'aqasina; worri waan d'ara isani abdachisuu jira. Worri daayya nara ind'ufini hereguma ufitini gabaase isaniti himu jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Gooftaan banii maraa banii Yerusaalemiitiin «Waan raattonni isiniin jedhan hin dhagayinaa'a; isaan abdii sobaatiin isin guutanii wonti isaan isinitti himan waan yaada ufiitiin eebjotan malee dubbii ani isaanitti himee miti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Ka Waan Mara Dade: «Waan raagoti isiniif raaganu hin dhage'ina'a; isaan addii sobaatiin isin guutan. Waan yaada isaaniititti mudhate dubbatan malee waan ani dubbadhee moti.