Jeremiah 23:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle worri worra dubbi Waaqa tufatuni waan jed'u, Woma insodaatina, lafti naguma. Ammalle nama mata jabaate, herega ufi ch'alla gula deemuni waan jed'u, Isani gaargala inargattani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan banii dubbii kiyya dhagawuu hin barbaanneen ‹hin sodaatinaa'a; nagaya argattanii› isaaniin jedhan; worra morkatu maraa, ‹hin sodaatinaa'a, rakkinni tokkollee si irra hin gawuu› jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan worra na tuffatuun, ‹Mootiin Waan Maraa: Nageyaan hin leetan jedha; worra mataa jabeenna ifii hordofuun ammoo: Wonni hantuun isinitti hin dhuttu jedha› jedhan» jedha.