Jeremiah 23:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini waan jed'e, Raagoota tana keesa eenuti herega AABBO Waaqa beekha? Worra keesa eenuti taka dubbi isaa d'agaye hubate, yokhaani waan inni jed'u ch'aqase jalaa qaba?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan keessaa namni gumii Rabbii afoo dhaabatee ka dubbii isaa dhagayee fi ka dubbii kana xiyyeeffatee ajajame eennu?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan keessaa jecha isaa dhaggiisaaf yookiin dhage'iisaaf ka marii Mootii Waan Maraa keessa dhaabbate eennu? Jecha isaa caqasee eentu dhage'e?