Jeremiah 23:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dallansuuni isaa aka bubbe jirti, ta irrumani mata worra ch'ubbu roraaftu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati hennaa lolli Rabbii mataa worra hammeeyyi'ii irratti akka dambalii dhawuutii fi akka bubbee jaba'aa bu'u laali.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kunoo mufiin Mootii Waan Maraa ta akka bubbee bokkeyaa hin kaati; hobonbolattiin mataa worra hamoole'ee irratti hin buuti.