Jeremiah 23:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dallansuuni sunini isa iraa ingaltu, haga inni waan fed'u ch'ufa tolchuti. Takaa tana dubbini tunini aka dansaa gumi isaati galti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi waan karoorfate haga fiixaan baasuuf lolli isaa hin dhaabatu, baniin maruu durana waan kana hin hubatan jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa fedhii ifii adoo hin muummessin mufiin isaa duubatti hin deebitu; bara dhufu'uu jiru keessatti akka dansaa hin hubattan.