Jeremiah 23:25 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini waan raagooti maqa kiyyaani waan d'ara dubbate, Anini ya oobjad'e, anini ya oobjad'e jettu imbeekha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani waan sobaa ka raattonni sobaa dubbatan dhagaye; ‹ani eebjuu eebjodheera; eebjuu eebjodheera› jedha'aa wocan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani raagota maqaa kiyyaan, ‹Ani oojjuu oojjadhe! Ani oojjuu oojjadhe!› jedhaa raaga sobaa raaganu dhage'eera.