Jeremiah 23:26 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Haga yoomi raagooti d'ara tunini gumi tiyya herega worraa ka d'araatiini sobde balleesiti?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Raattonni sunniin raaga sobaa ka ufumaa sammuu ufii keessatti akka uumamu taasisaniin haga yoomii banii kiyya dogoggorsan?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Wonni kun haga yoomii gadhaa raagota dharaa worra yaada ifii keessaa fuudhanee raaga dharaa raaganu keessa jiraatti?