Jeremiah 23:27 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri waan oobjuuni amma, worri wolti himu tunini gumi tiyya na wollaalchiftu seha, akuma abbootini worraa na lakifte Baali gula yaate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma abboonni isaanii maqaa kiyya irraanfatanii waaqa tolfamaa ba'aaliin waaqeffatan isaanillee akkasuma eebjuu eebjotan yoo wolitti himan waan baniin kiyya maqaa kiyya dagatu isaanitti fakkaata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkuma abbootiin isaanii ta durii Ba'aal waaqonfatiisaan maqaa kiyya dedhane, oojjuu isaan wolitti himanuun, kolbaan tiyya maqaa kiyya akka deetu waan godhane isaanitti fakkaatti.