Jeremiah 23:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini gumi tiyya ta hafte lafa iti firfirse keesaa guure, lafa worra ta qaraa taaniti galcha. Achiti worri ilmaani heddu d'ale lafa ira dabra.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Banii kiyya ka hafe biyya itti isaan bittinneesse maraa keessaa wolitti qabee gara biyya itti dhalatanii isaan deebisa; isaan waan ijoollee hedduu uumataniif laakkobsi isaanii eda'a'aa deema.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Aninuu kolbaa tiyya ta lubbu'uun hatte, biyya isaan itti bittinneesse san mara keessaa wolitti qabee biyya isaaniititti isaan hin deebisa; isaan achitti horanee hin bacatan.