Jeremiah 23:33 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan nani jed'e, Yo gumi tiyya keesa nami toko, yokhaani raagi toko, yokhaani qaallichi toko d'aamsi AABBO Waaqa maani? Jed'e si gaafate, atini waan jettuuni, Atini yayu baa ulfo AABBO Waaqati taate, tanaafi inni amma si balleesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akkana naan jedhe, «Ermiyaas! raaga yookaan gadichi yookaan banii kiyya keessaa namni tokko yoo ‹Ba'aan Rabbi nu irra kaawu maali'i?› jedhanii si gaafatan, ‹Ba'aan Rabbii isin waan taataniif uf afo'oo isin balleessa› jedhii isaanitti himi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa anaan, «Kolbaan tun yookiin raagichi tokko yookiin hayyichi tokko, ‹Ergaan Mootiin Waan Maraa maan?› jedhanee yennaa si gaafatane, ati isaaniin, ‹Mootiin Waan Maraa: Ba'aan ulfaattuun isin; ani ifi irraa fuudhee isin hin gata jedha› jedhiin.