Jeremiah 23:34 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle gumi tiyya nami toko, yokhaani raagi toko, yokhaani qaallichi toko, dubbi baa ulfo AABBO Waaqa maqale d'ae, anini isaafi worra isaa ch'ufa balleesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Raanni, gadichi yookaan banii keessaa namni tokko ‹wonti kun ba'aa Rabbi nu irra kaaye› jedhee yoo dubbate isaa fi maatii isaallee hin adaba.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Raagichi tokko yookiin hayyichi tokko yookiin eennulle, ‹Tun ergaa Mootii Waan Maraa ti› yoo jedhe, ani nama sanii fi maatii isaa hin adaba» jedhe.