Jeremiah 23:36 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi nami deebie, baa ulfo AABBO Waaqa maqa d'au himmalle; wonti akanatiifi yo nami akasi jed'e, Anini d'aamsa kiyya baa ulfo iti tolcha. Nami yayu dubbi Waaqa jiru, AABBO Waaqa guddaa, garagalche balleese.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ba'aa Rabbiititu nu irra jira jettanii sirima hin dubbatinaa'a; dubbiin Rabbii attamitti ba'aa namatti ta'a? isin garuu dubbii Rabbii jiraataa Gooftaa banii maraa dabsitan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
‹Tun ergaa Mootii Waan Maraa ti› jedhee hin dubbatin. Sababille isin jecha Mootii Waan Maraa Ka Waan Mara Dadee, ka Waaqa jiraataa keennaa waan micciirtanuuf, ka isin dubbattanu erguma teessan.