Jeremiah 23:39 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
anini isani fuud'e ufira isani fageesa, isanifi dira anini ababoota teesani kennele.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani ufumaa isin, isaan waan isaaniitii fi qachoota abboota isaanii ta duriitii kenne akka ba'a'aatitti baadhee uf irraa isaan gatu isaanitti himi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf, ani dhugumaan isinille, qachaa isinii fi abbootii teessan ta duriitiif kennelle hin dedha; fuula kiyya duraa isin hin gata.