Jeremiah 23:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini nama worra fidu, ka worra qorqoratu, iti tolche, duuba worri deebie woma sodaate imudamu, aninileeni deebie worra ingaargalchu. Nami dubbi tana jed'e ana, AABBO Waaqa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani bulchota isaan eegan isaanii muuda; baniin kiyya ammaa achi soda'aa fi naasuu malee jiraatan, ani deebi'ee isaan hin adabu; yookaan isaan keessaa namni tokkollee hin dhidhatu; ka waan kana dubbate ana Rabbi.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani tissitoota isaan eeddu isaaniif hin kaasa; isaan haganaa achi hin sodaatanu yookiin hin bararaqanu, tokkolle isaan keessaa hin dhidhatu» jedha.