Jeremiah 23:40 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini haga jiru jireenna worra ch'eerse lafa isaani balleesa ch'eera suni nami haga jiru inded'u.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani isaan irratti qaani'ii fi salphinna baraa haga bara baraa hin irraanfatamne isaanitti fida.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Salphinnaa fi qaanii bara baraa ta ijjumaa hin dedhanne isinitti hin fida› jedha» jedhe.