Jeremiah 23:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo fulla suni wonti worri kakhatuni maqa AABBO Waaqa jiru, ka gumi Israeli lafa mirgaatifi lafa inni iti firfirse ch'ufa keesaa galche. Duuba worri lafa isaani keesa taa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bikka san maqaa ani Rabbii jiraataa banii Israa'elii biyya gara kaabaatii fi biyya isaan itti faca'an ka gara garaa keessaa wolitti isaan qabeetiin kakatan; achiin maayessa biyya ufii keessa jiraatan.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
‹Dhugaa Mootii Waan Maraa ka jiraataa te'ee, ka Israa'eloota biyya kaabaatii fi addee isaan itti bittinneesse keessaa baasee› jedhanee kakatanu hin dhufa» jedha. Achiin duuba lafa ifii keessa hin le'an.