Jeremiah 23:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maro AABBO Waaqatifi maro dubbi isaa qulqullootifi onneeni na ch'ite, nafi na hollate, akuma nama guddo daad'iini machae daad'iini dabsatte fakaad'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani hennaa waan raattota sobaa yaadu onneen kiyya gaddaan miidhama; lafeewwan kiyyallee hin hollatan; sababaa dubbii Rabbii woyyu'uutiin ani akka nama daadhii woyini'ii dhugee machaayee gatantaruu ta'eera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Marroo raagotaatiif: Gadhaan kiyya raafameera; lafeen tiyya hollatteerti. Sababa Mootii Waan Maraatiif, sababa jecha woyyicha isaatiif, ani akka nama machowee, akka nama daadhii woyni'ii unee ifi wollaalee te'eera.