Jeremiah 24:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini woraanafi beelafi d'ukuba worraatini d'ufe, akasiini lafa anini worraafi ababoota worraati kenne keesaa worra balleesani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani akka isaan lafa isaanii fi abboota isaaniitii kenne irra haga badanitti lola, akka beelaa fi bala'aan dhuman isaan taasisa.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Lafa ani isaanii fi abbootii isaaniitii kenne keessaa haga isaan badanutti shallaagaa, beelaa fi balaa isaanitti hin erga› jedha» jedhe.