Jeremiah 24:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Daduuni toko mid'aani dansa aka dansaa bilchaate qabdi; ammo taani mid'aani hamo ka nami dandae inyaanne qabdi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Keeshee duraa daraaraa muka hurbu'uu ka gaye mimmishaa keessa kaayaniiran; keeshee lammeesso'oo keessa garuu daraaraa muka hurbu'uu ka shamee nyaataaf hin taanetu keessa jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kollonjoon takkaan midhaan muka harru'uu dansaa ka dursee bilchaate fakkaatu qaddi; ta lammeesso'oo ammoo midhaan muka harru'uu hamaa ka nami nyaatuu hin dandeenne qaddi.