Jeremiah 24:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti AABBO Waaqi Israeli jed'u tana, worri lafa Yudati boojiani lafa Babiloni geesani mid'aani odaa dadansa kana nati fakaata, duuba aninileeni worraa innaha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Baniin ani Rabbi Waandhi Israa'elii gara Baabiloonii erge akka muka hurbu'uu mimmishaa kanniinii akka ta'anitti laala.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Mootiin Waan Maraa Waaqi Israa'elii, ‹Worra biyya Yihuda'aa keessaa booji'amee gara biyya Baabilonii akka dhaqanu godhe kana akkuma midhaan muka harru'uu dansaa kanaa isaan hin ilaala.