Jeremiah 24:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini worra qorqorad'e lafa tanati deebise, aka mana jabeese worra jaare, ch'abbu d'owe, ammalle aka mukha worra oobre, buqau d'owa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani akka jireenni isaanii hin banne isaan kunuunsee gara biyya tanaa akka deebi'an isaan taasisa; isaan ijaara; isaan hin diigu; isaan dhaaba; isaan hin buqqisu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani akka isaan hin miidhanne isaan eegee gara lafa tanaa akka isaan deebi'anu hin godha; ani isaan hin ijaara malee hin diigu; hin dhaaba malee hin buqqisu;