Jeremiah 24:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini herega worri aka anini AABBO Waaqa beekhuni worraa kenna, duuba worri gumi tiyya tahe, aninileeni Waaqa worraa taha; wonti akanatiifi worri garaa tokooni nati deebia.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ana Rabbiin akka beekan isaan taasisa; achiin maayessa isaan garaa ufii guutu'uun gara kiyya waan deebi'aniif isaan banii kiyya ta'an; ani Waaqa isaanii ta'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
ani qalbii isaan ittiin ani Mootii Waan Maraa akka te'e beekanu isaaniif hin kenna; gadhaa tokkochaan gara kiyya waan deebi'anuuf, isaan kolbaa tiyya hin te'an; anille Waaqa isaaniif hin te'a.