Jeremiah 24:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo hayyu Yuda ka Sedekia jed'anifi jaarole isaatifi nama Yerusalemu ka lafa tana keesati hafefi ka lafa Misiriti godaanele — anini AABBO Waaqi akuma mid'aani odaa hamo nami dandae inyaanne kaani tolcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani Sedeqiyaasii mootii Yihuuda'aatii fi worra gorsa isaa kennan ka naannoo isaa jiran akkasuma worra Yerusaalemiin keessa jiraatan keessaa worra hafanii fi worra gara biyya Misirii dhaqan maraa akka muka hurbu'uu ka shamee badeetii fi ka nyaataaf hin tollee san isaan taasisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«‹Mootii Yihuda'aa Zedeqiiyaa, qondaaltota isaa, worra lubbu'uun hafee Yerusaalem keessa yookiin biyya Gibxi'ii keessa le'u akkuma midhaan muka harru'uu hamaa ka nami nyaatuu hin dandeennee san hin godha.