Jeremiah 24:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini badii hamtu akana tana worratiini d'ufe, gosa lafa keesa jirtu ch'ufa mudamsiisa. Nami worrati tabate, worra goyeese tufate, fulla anini worra iti firfirsu ch'ufa maqa worraatini nama abaara.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka isaan akka worra ari'amanii baqatanii mootota biratti akka jibbaman, worra arrabaman, worra mammaakaa, worra itti baldanii fi akka muukayan isaan taasisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani mootummoota biyya lafa maraa duratti waan hantuu nami dhaggee bararaqu isaan hin godha; addee ani itti isaan bittinneesse maratti akka namooti itti mammaakanu, akka isaanitti murganuu fi akka isaan abaaranu hin godha.