Jeremiah 25:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo eegi ganni torbatama hobae, anini hayyu Babilonitifi lafa isaa ta Babiloni jed'ani maro ch'ubbu worraatifi balleese, haga jiru jireenna ona tolcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa yoo woggaan torbaatamaa dhume worra Baabiloonii, banii isi'iitii fi mootota isi'ii sababaa yakka isaaniitiif isaan adaba; biyyi Baabiloonii baraa haga bara baraa ona akka taatu godha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Woggaan torbaatam muummotteen duuba mootii Baabiloniitii fi kolbaa isaa, lafa worra Baabiloniille sababa yakkaa isaaniitiif adabee lafa isaanii haga bara baraa ona hin godha.