Jeremiah 25:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini lafa Babiloni badi anini qara waan isii hime, ta kitaaba kana keesati t'aafani Yeremiani fage gosa ch'ufati odeese, itiini d'ufa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Balaa karaa Ermiyaasiitiin banii kanatti fida jedhe; jechuun balaa kitaaba kana keessatti barreeffame Baabilooniin irratti buusee isaan adaba.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani waan biyya san irratti fidiisaaf dubbadhe mara, waan kitaaba kana keessatti barreeffame, ka Ermiyaas gosa biyya adda addaa mara irratti raaga dubbate lafa san irratti hin fida.