Jeremiah 25:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini worra Babiloni, waan worri tahe, gula, worra gaargalche, gosa heddufi hayyooti gugurdoni tisse worraa tolfatti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri Baabiloonii hammeenna hojjatan maraafuu akka adabaman taasisa; baniin hedduu fi mootonni gugurdaan garboota godhatanii isaan bulchan.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan gosa biyya addaa heddu'uuf, mootota gugurdo'oofille garba hin te'an; ani akka hujii isaaniititti isaan hin adaba› jedha» jedhe.