Jeremiah 25:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri yo d'uge dadaaqe mamaraata, maro woraana anini worrati erguufi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa mijuu san dhugan sababaa ani isaaniin loluuf hunna dhabanii gatantaran.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan yennaa muduunuu tana keessaa unane hin machowan; ani shallaagaa odduu isaaniititti waan erguuf, isaan hin maraatan» jedhe.