Jeremiah 25:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba anini muduunu suni AABBO Waaqa iraa fuud'e, gosa inni iti na erge ch'ufa obaase.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu ani mijuu san Rabbiin harkaa fuudhee gara banii Rabbi itti na erge maraa deemee isaan obaase.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre ani muduunuu harka Mootii Waan Maraa irraa fuudhee, gosa biyya adda addaa ta inni na itti erge san mara obaase.