Jeremiah 25:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yerusalemufi dira Yuda ch'ufafi hayyoota isiitiifi jaarole isii ch'ufale inobaasani, duuba lafti worraa badde ona taate, hojja qaabatani ch'ufa nami waan isii iraa rifata, maqa isiitiini woli abaara — akuma arrale woli tolchani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin qachoota Yerusaalemiitii fi Yihuuda'aa, moototaa fi ajajoota loltootaa woliin akka mijuu kana dhugan isaan taasisan; sababaa kanaaf huleen kunniin gammoojjii laalchaaf nama sodaachisu, hulee itti nama arrabsanii fi ka itti abaaran ta'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yerusaalemii fi qachooti Yihuda'aa, moototii fi qondaaltoti isi'ii akkuma isaan amma jiranu, akka isaan goomolee duwwaa te'anu, akka isaan waan hantuu nami dhaggee bararaqu te'anu, waan nami itti murguu fi waan abaarame akka te'anu,