Jeremiah 25:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani anini waan worra Yerusalemutifi ka Yudatini jed'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu ani banii Yihuuda'aatii fi banii Yerusaalemiitiin akkana jedhe;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre raagichi Ermiyaas kolbaa Yihuda'aa maraa fi worra Yerusaalem keessa le'u maratti dubbatee,