Jeremiah 25:26 — Compare Translations

1 translations compared side by side

Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
mootota biyya kaabaa ta fago'oo fi dhikoo jiranu mara, woluma gula, mootummoota biyya lafaa mara muduunuu tana keessaa obaase; isaan kana maraan duuba mootiin Sheshaakiille hin una.