Jeremiah 25:27 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani AABBO Waaqi waan nani jed'e, Waan atini worraani jettu, AABBO Waaqi guddaani, Waaqi Israeli, waan jed'u: D'uga, machaa, diddifad'a, woraana anini isaniti erguuni hobaa, haguma jirtani inkaina.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa Rabbi akkana naan jedhe, «Ani Rabbi Gooftaan banii maraa Waandhi Israa'elii sababaa ani lola isaanitti fiduuf haga dhuganii machaayanii haqqisanii fi haga kufanii lafaa ka'uu dadhabanitti akka dhugan akka isaan godhu bani'itti himi;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba, Mootiin Waan Maraa Ka Waan Mara Dade Waaqi Israa'el anaan, «Ati isaaniin, ‹Ani shallaagaa odduu teessanitti waan erguuf, una'a; machowa'aatii diddiga'a; haganaa achi akka hin kaane jiga'a› jedhi.