Jeremiah 25:29 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini badi worra kana diruma maqa kiyya qabu kanaani iti keeyad'a. Isani waan gaargala kana jalaa baatani seetani? Hiyo jalaa imbaatani; wonti akanatiifi nama lafa keesa jiru ch'ufa anini woraana iti kaasa. Nami dubbi tana jed'e ana, AABBO Waaqa gudda.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani badii qachaa maqaan kiyya itti waamamu keessatti jalqaba; Eeganaa isaan waan badii jalaa miliqanii bayan isaanitti fakkaataa? ani banii lafa irra jiraatu maraa irratti lola kiyya waan fiduuf namni adabbii jalaa dheessee bayu hin jiru; waan kana ana Waaqa banii maraatitu dubbate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani kunoo, qachaa maqaan kiyya itti waamamutti balaa fidiisa hin jalqaba; isin adabbii jalaa hin baatanii ree? Ani worra lafa irra le'u mara irratti shallaagaa waan fiduuf, isin adabbii jalaa hin baatanu› jedhiin» jedhe.