Jeremiah 25:31 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
qonqo isaa suni, hogaani isii, haga muumme lafa gaha. AABBO Waaqi gosa ch'ufa dubbi iraa qaba. Inni nama ch'ufa qorsumatini d'ufe worra ch'ubbu woraanani fit'a. Nami waan kana jed'e ana, AABBO Waaqa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Laagaan Rabbii hennaa banii ufiitiin lolu, lafa maraa irratti murteessa; worra hammeeyyii du'aan adaba› naan jedhe; ka waan kana dubbate Rabbi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa gosa biyya adda addaatitti waan mormuuf, qoonqoon isaa guddoon haga qaccee lafaatitti hin dhage'anti. Inni kolbaa mara irratti hin muraa worra hamoolee shallaaga'aaf, dabarsee hin kenna› jedhi» jedhe.