Jeremiah 25:32 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi guddaani waan jed'e, Me ilaala, badiini gosa ch'ufa woluma gula qabachuuti jirti. Bubbeeni guddoleeni muumme lafati d'ufuu jirti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Gooftaan banii maraa akkana jedha, «Banii maraa irrattuu badiin adadumaan dhufa; daangaa lafaa marattuu qilleensa bubbe'ee gudda'atu ka'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Ka Waan Mara Dade, «Kunoo badiin biyya takka irraa gara biyya takkaatitti babadhatiisatti jirti; bubbeen bokkeyaa jadduun qaccee lafaa irraa ka'iisatti jirti» jedha.